"Dararaan narra hin geenye hinjiru. Kadhadhee nyaadheera. Ana bira darbee ijoolleen koos dararamaa turan" jechuun BBCtti himan Aaddee Taarikuwaa Ayyaanoo. Godina Arsii aanaa Asakootti dhalatanii kan ...
Haleellaa Godina Arsiitti qaamoleen hidhatan tajaajiltoota Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa lamaafi maatii isaanii shan irratti raawwataniin ajjeefamuu BBC’n odeeffate. BBC'n ...